Gara qabiyyee deemi

Hojii

© Welthungerhilfe Ethiopia

Dhabataa Kana waliin hojjechuu barbaadduu yoo ta’e yookaan ammoo beekuumsa keessanii fi dandeettii keessaan dhaabbata kana keessatti gumaachuu barbaaduu? Hojii ifaa fi galma sirrii ta’e  barbaadduu? Gara dhaabbata Weelthaangeerhiilfii  baga nagaan dhuftan!

Hojjettoota keenyaa kanneen nu biratti dorgmanii hojjetan bakka adda addaa irraa walitii kan dhufanii fi sabummadhaan, amantidhaan, koorniyaadhaan kan hin qoodameedha akkasumas kanneen hanqina qaamaa qaban ni dabalata.

Yerodhaaf Beeksisa ramaddii hojii homaatu hin qabnu