Gara qabiyyee deemi

Dhaabaannii Keenya

Beela sadarkaa addunyaa irraa bifoota adda adddaadhaan qolachuudhaaf socho’aa kan jiru yoo ta’u isaanis ammoo jalqaba irratti adeemsa beelaa fi hanqina nyaataa irra bilisa taasisuudhaaf bifaa fi tooftaalee nyaataa baballisu sooraata nyaataa irraatti miira namaa kan kakaasu cimsuudhaan akkasumas ammoo sagantaa sekterootaa adda addaa walitti qindeessuudhaan Gaanfa Afiriikaa keessa socho’aa jira. Sagaantaaleen keenya Wabii miidhaan nyaataa sadarkaa qonnaan bultotaa qabiyyeensaanii muraasa ta’an irratti, jiraattota magaalaa sadrakaan jireenya isaanii gadaanaa ta’anii fi wabii midhaan nyaataa mirkaneessuudhaaf socho’aa kan jiru yoo ta’u, akkasumas ammoo namoota walakkkeessaa magalaa fi baadiyyaa jirataniifis, namootaa sabaabiiilee adda addaatiin godaanuudhaan hanqinaalee midhaan nyaataatiif saaxilamaniifis, dargaggootaa fi dubaartoota, ijoollee dubaratiif  wabii midhaan nyaataa kana mirkaneessuudhaaf socho’aa jira.

Dabalataan Dubbisi