
Nu waliin Hojjedhaa
Yoo hojii haarawaa barbaadda ta’es akkasumaas ammoo caalbaasii uumataa kan barbaaddu yoo ta’e nu waliin hojjechuu dhaaf carraa baayee ballaa qabdu. Dhaabbata Weelthaangeerhiilfii dhaabilee misoomaa waltaa’insaa keessatti kanneen nuwaliin hojjachuu danda’an carra bayyee ballaatu argama. Gareewaan keenya biyyaa Itiyoophiyaa fi Somaalii Laandii keessatti bakka heeduu jiru. Teessoon isaanii Magaalaa Finfiinnee fi Hargeessatii argama.